Sale!

Digital Product

Original price was: Br2,000.00.Current price is: Br999.00.

koorsiin kun Akkaataa Digital Product itti jalqabuun haga Gurgurtaa eegaluun galii si duubaa dhufutti deema

SKU: digital-product Category: Tags: ,

Description

Baga Nagaan Gara Koorsii “Digital Product” Afaan Oromootti Nagayaan dhufatan Dhuftan! 🎉
Koorsii kana keessatti, kaayyoon keenya guddaan, Maalummaa Digita Producta irraa eegallee, akka ati product dijitaalaa (digital product) ofii keetii uumtee, gara maallaqatti geeddartu — akka ebook, course, ykn kitaabota fi qabeenya kalaqaa biroo uumuun mana kee teessee itti Gurgurtu si gargaaruudha.
Koorsii Kana keessaatti wal duraa duubaan
Akkaata itti Yaada Ktaaba Gaarii itti argattu ni barta
AI fayyadamtee ebook akkaataa itti barreessitu ni barta,
Diizaayinii ogummaa qabu akkaataa itti gootu ni barta,
Cover Page Kitaabotaa kamiyyuu haala salpaa taheen ni uumta.
Amazon KDP fi platformoota biroo irratti akkaataa itti gurgurtu ni barta,
Fi dhumarratti, galii guddaa (passive income) akkaataa itti ijaartu wal duraa duubaan ni barta.

Reviews

There are no reviews yet.

Be the first to review “Digital Product”

Your email address will not be published. Required fields are marked *