Skip to content
-
-
Sale!
- Books, E-Book
-
Br999.00 Original price was: Br999.00.Br499.00Current price is: Br499.00.
- Kaartaan Milkaa’ina Kiriptoo kitaaba barnoota Kiriptoo (Cryptocurrency) guutuu, sirrii fi salphatti hubatamuu danda’u Afaan Oromootiin dhiyeessuuf qophaa’edha. Kitaabni kun dhaloonni Afaan Oromoo waa’ee Cryptocurrency, akkaataa inni itti hojjetu, carraa fi balaa isaa, akkasumas akkamitti beekumsa sirrii irratti hundaa’uun addunyaa Kiriptoo keessa seenuu dandeessu gadi fageenyaan akka hubattu si gargaaruuf kan qophaa’edha. Kaartaa Milkaa’ina Kiriptoo keessatti, yaad-rimeewwan bu’uuraa irraa kaasee hanga…
- Get It Now