TikTok & YouTube Shorts Automation Course | Afaan Oromoo
TikTok & YouTube Shorts Automation Course | Afaan Oromoo
About Course
🚀 TikTok & YouTube Shorts Automation Course | Afaan Oromoo
Barnoota TikTok & YouTube Shorts Automation Afaan Oromoo keessatti guutummaatti baradhu! Koorsii kana keessatti akkaataa TikTok fi YouTube Shorts channel uumuu, content viral ta’u barbaaduu, video download fi edit gochuu, B-Roll fayyadamuu, thumbnail hojjechuu, SEO gochuu fi video maxxansuu baratta.
Koorsii kana keessatti:
✅ TikTok Account Banachuu fi Setup Godhuu
✅ YouTube Channel Banachuu fi Setup Godhuu
✅ Viral Videos fi Content Ideas Barbaaduu
✅ Video Download Godhuu
✅ Video Haaraatti Edit Godhuu
✅ B-Roll Barbaaduu fi Itti Fayyadamuu
✅ Thumbnail Hojjachuu
✅ Video SEO fi Publishing
✅ TikTok Monetization Rules
✅ YouTube Shorts Monetization Requirements
✅ Consistency fi Channel Growth
🎯 Koorsii kana eenyuuf?
-
Namoota TikTok fi YouTube irratti content creator ta’uu barbaadaniif
-
Faceless YouTube Channel uumuu barbaadaniif
-
YouTube Shorts fi TikTok Automation barachuu barbaadaniif
-
Online content creation irraa galii argachuu barbaadaniif
-
Beginners content creation jalqabaniif
📌 Afaan Oromoo keessatti Content Creation fi Automation baradhu!
#YouTubeShorts #TikTokAutomation #YouTubeAutomation
Course Content
TikTok & YouTube Shorts Automation Course
-
Introduction
-
TikTok Account Banachuu fi Setup Godhuu
-
YouTube Channel Banachuu fi Setup Godhuu
-
Video Viral Tahe Barbaaduu (Content Research)
-
Video Content Download Godhuu
-
B-Roll Barbaaduu fi Itti Fayyadamuu
-
Video Haaraatti Edit Godhuu (Content Creation & Editing)
-
Thumbnail Hojjachuu
-
Video SEO, Optimization fi Maxxansuu
-
TikTok Monetization Seera fi Ulaagaalee
-
YouTube Monetization Seera fi Ulaagaalee
-
Consistency & Channel Growth
-
Conclusion
