TikTok & YouTube Shorts Automation Course | Afaan Oromoo

Uncategorized
Wishlist Share

About Course

🚀 TikTok & YouTube Shorts Automation Course | Afaan Oromoo

Barnoota TikTok & YouTube Shorts Automation Afaan Oromoo keessatti guutummaatti baradhu! Koorsii kana keessatti akkaataa TikTok fi YouTube Shorts channel uumuu, content viral ta’u barbaaduu, video download fi edit gochuu, B-Roll fayyadamuu, thumbnail hojjechuu, SEO gochuu fi video maxxansuu baratta.

Koorsii kana keessatti:
✅ TikTok Account Banachuu fi Setup Godhuu
✅ YouTube Channel Banachuu fi Setup Godhuu
✅ Viral Videos fi Content Ideas Barbaaduu
✅ Video Download Godhuu
✅ Video Haaraatti Edit Godhuu
✅ B-Roll Barbaaduu fi Itti Fayyadamuu
✅ Thumbnail Hojjachuu
✅ Video SEO fi Publishing
✅ TikTok Monetization Rules
✅ YouTube Shorts Monetization Requirements
✅ Consistency fi Channel Growth

🎯 Koorsii kana eenyuuf?

  • Namoota TikTok fi YouTube irratti content creator ta’uu barbaadaniif

  • Faceless YouTube Channel uumuu barbaadaniif

  • YouTube Shorts fi TikTok Automation barachuu barbaadaniif

  • Online content creation irraa galii argachuu barbaadaniif

  • Beginners content creation jalqabaniif

📌 Afaan Oromoo keessatti Content Creation fi Automation baradhu!

#YouTubeShorts #TikTokAutomation #YouTubeAutomation

Show More

Course Content

TikTok & YouTube Shorts Automation Course

  • Introduction
  • TikTok Account Banachuu fi Setup Godhuu
  • YouTube Channel Banachuu fi Setup Godhuu
  • Video Viral Tahe Barbaaduu (Content Research)
  • Video Content Download Godhuu
  • B-Roll Barbaaduu fi Itti Fayyadamuu
  • Video Haaraatti Edit Godhuu (Content Creation & Editing)
  • Thumbnail Hojjachuu
  • Video SEO, Optimization fi Maxxansuu
  • TikTok Monetization Seera fi Ulaagaalee
  • YouTube Monetization Seera fi Ulaagaalee
  • Consistency & Channel Growth
  • Conclusion

Student Ratings & Reviews

No Review Yet
No Review Yet